TestBike logo

Fardeen qunduddoo. Fardeen kuni jaarraa tokko ta'uf daggalatti hafanii turaniis booda kana lakkoof...

Fardeen qunduddoo. Fardeen kuni jaarraa tokko ta'uf daggalatti hafanii turaniis booda kana lakkoofsi Aug 6, 2022 · Aaddee Miskii waa’een faradoo kanneenii seenaa ummata naannichaa waliin hidhata akka qabu dubbatu. Bakar Waareen eenyu seenaansaa sagantaa kana keessatti namoonni ollaa naannoo inni itti dhalate jiraatan maal Aug 14, 2023 · QUBA QABDUU- Etv Afaan Oromoon Moggaafamte. . 👇#OBN 👇 Jun 25, 2020 · Fardeen bosonaa Gaara Qundhudhoo kan Godina Harargee Bahaatti Aanaa Gursumitti argamaniifi waggoota muraasaan dura baduutti dhiyaatanii turan amma lakkoofsi isaanii dabalaa jira jedhameera. . Fardeen Gaara Qunduddoo OBN Oromiyaa [Oromia Broadcasting Network] 894K subscribers Subscribe Gaara #Qunduddoo 👉Fardeen kunneen akkamitti kophaa jiraachuu eegalan. ”Akka manguddoo irraa dhageenyetti fardeen Gaara Qundhudhoo seenaa guddoo qabu. Abbootiin keenya yeroo lola Calanqoo fardeen kanatti fayyadaman,” jedhaniiru. Fardeen Gaara Qundhudhoo Etv Afaan Oromoo 425K subscribers Subscribed Jan 5, 2022 · Lakkoofsi fardeen bosonaa Gaara Qundhudhoo kan Godina Harargee Bahaa keessatti argaman dabaluu ibsame. Fardeen Qunduddoo dabalatee dhimmoonni gootummaa Oromoo keessatti dubbatamaniiru. Yeroosaas yeroo lola Calanqootti tahe jedhu. lfl cko ivb due jcr jzn ocq ruu cdu ode tkp dkr zlm vvp ywp